Manni marichaa walga’ii idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Walga’ii Idilee 2ffaa bara hojii 2ffaa bara Paarlaamaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.

Gabaasa Boordiin Filannoo biyyaaleesa murtoo ummataa naannoo Ummattoota Kibbaatti godinaaleen 6 fi aanaaleen addaa 5 waliin gurmaa’uun naannoo haaraa hundeessuuf gaggeessan dhiyeessu kan dhaggeeffatu ta’uu ibsameera.

Murtoo ummataa ilaalchisee yaada murtoo koreen dhaabbii dhiyyeessuu qorachuun ni raggasisaan eegamaa.

Manni marichaa ajaandaalee garagaraarratti erga mari’atee boodaa murtoowwaan ni dabarsaan kan eeggamuu ta’uu ragaan Mana Maree Fedeereshinichaarra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment