Manni marichaa walga’ii ariifachiisaa 1ffaa gaggeesse

Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii ariifachiisaa 1ffaa gaggeesse.

Manni marichaa labsii yeroo ariifachiisaa Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 23ffaa Adoolessaa 28, 2015 gaggeesseen naannoo Amaaraatti labse irratti mari’achuu ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment