Manni marichaa tarsiimoo tiraanisfoormeeshinii diijjiitaalaa raggaasise

Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa tarsiimoo tiraanisfoormeeshinii diijjiitaalaa raggaasise.
 
Manni marichaa waliigaltee bittaa anniisaa korbeettii fi wixinee tarsiimoo tiraanisfoormeeshinii diijjiitaalaa akkasumas seera daldalaa Ityoophiyaa lammaffaa raggaasiseera.
 
Manni marichaa murteewwan kanneen kan dabarse walga’i har’a ganama gaggeessen ta’uu Waajjirri Muummee Ministiraa beeksiseera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment