Manni marichaa karoora dhiyaate raggaasise

Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Manni Maree Fadereeshinii Yaa’ii Idilee 1ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessaa jira.

Manni marichaa ajandaalee dhiyaatanirratti mari’achuu eegaleera.

Karoora adda addaa bara 2017 koreen dhimmi ilaallatu dhiyeesse qorateera.

Gaaffilee fi yaadawwan miseensota mana marichaarraa dhiyaataniif hoggantoonni koree dhaabbii ibsa itti kennaniiru.

Dhummarrattis karoorri waliigalaa Af Yaa’ii Mana Maree Fdereeshinii Obbo Aganyaawu Tashaagar akka raggaa’uuf dhiyeessan sagalee guutuun ragga’uu ragaan mana maricharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment