Manni Marichaa har’a walga’ii idilee ni gaggeessa

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa har’a walga’ii idilee 2ffaa bara hojii 2ffaa ni gaggeessa.

Walga’ii idilee 2ffaa waggaa 2ffaa mana maree bakka bu’oota ummataa 6ffaa kanaan labsiiwwan walga’ii idilee 1ffaa irraa darban 3 qorachuun koree dhaabbii dhimmichi ilaallatuuf ni dabarsaan eegama.

Akkasumas yaada murtoo gurmaa’iinsa koreewwan dhaabbii fooyyessuuf dhiyaatan qorachuun ni raggaasiisaan kan eegamu ta’uu ragaan mana maricharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment