Manni Marichaa ergaa baga geessanii dabarse

Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)- Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa Ayyaana Iid Alfaxir bara Hijraa 1445ffaa ilaalchisuun erga baga geessanii dabarseera.

Ji’i Ramadaanaa ji’a jaalalaa, obsaa, kennaa waliif laachuu fi araaraa, akkasumas, ji’a gammachuu, maqaa Rabbii guddisuuti jedheera.

Pireezidaantiin Mana Marichaa Sheeh Jamaal Muusaa ibsa miidiyaaleef kennaniin Islaamummaan nageenya lallaba jedhanii, wayita ayyaanichi kabajamuttis waldeeggaruu, kan qabu kan hinqabneef qooduun gammachuun, tokkummaa fi jaalalaan ta’uu akka qabu dhaamaniiru.

Oliyaad Ahimaditu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment