Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa boru Walga’ii idilee 20ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa ni taa’a.
Walga’ii gaggeessuun wixinee labsii Hoggansa Sodaa Balaa qorachuun ni raggaasisaan kan eegamu ta’uu ragaan mana marichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ityoophiyaa