Manni marichaa booru walga’ii idileesaa ni gaggeessa

Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI booru walga’ii idilee 18ffaasaa ni gaggeessa.
 
Manni marichaa walga’ii idilee 18ffaa bara hojii 5ffaa isaa galma Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeessa.
 
Qabo yaa’ii walga’ii idilee 17ffaa raggaasisuun, gabaasa raawwii karoora Oodiitara Olaanaa Federaalaa ni dhaggeeffata.
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Comments (0)
Add Comment