Manni Marichaa Baajata mootummaa federaalaa bara 2015 Birrii biiliyoona 786.61 raggaase

Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa baajata mootummaa federaalaa bara 2015 Birrii biiliyoona dhibba 7 fi biiliyoona 86.61 dhiyaateef raggaase.

Manni marichaa walga’ii idilee 6ffaa waggaa 1ffaa gaggeesseen dhimmoota yeroo biyyaalessaa fi  wixinee baajata bara 2015 irratti  erga mari’ateen booda baajaticha sagalee caalmaan raggaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment