Manni Marichaa Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarse

Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.

Ergaa isaanin ayyaanichi kan nagaa, waldeeggarsaa fi waliif yaaduu akka ta’u hawwii gaarii qabu ibseera.

Hawaasni musliimaa lammiilee Itiyoophiyaa kaan waliin nageenyaa fi tokkummaa Itiyoophiyaa bu’uuressuun, badhaadhina hunda galeessaa lammiilee mirkaneessuuf gumaacha damee hedduu taasisaa jiru cimsee akka itti fufu manni marichaa hubachiiseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment