Manni Maricha Godina Goofaatti balaa Sigiga lafaa mudaten Lubbuu namoota darbeen gaddi itti dhagahamuu ibse

Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)- Manni Maree Federeeshinii Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa sigiga lafaa mudaten lubbuu namoota darbeen gaddi itti dhagahamuu ibseera.

Manni maricha lammiilee miidhaan irra qaqqabe deebisee dandamachiisuuf Mootummaa naannichaa fi hawaasa godinichaa waliin kan hojjetu ta’uu ibseera.

Manni maricha ibsa baaseen ,maatiiwwanii fi firottan balichaan lubbuun darbeef jajjabina hawweera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment