Manni Maricha ABUT fi Shaneen shorkeessummaan akka moggaafamaniif yaada murtoo dhiyaate raggaasise

Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Adda Bilisa Uummata Tigraay (ABUT) fi Shaneen shorkeessummaan akka moggaafamaniif yaada murtoo dhiyaate sagalee guutuun raggaasiseera.

Manni Maree Ministeeroota ABUT fi Shaneen shorkeessummaan akka moggaafamaniif yaada murtoo dhiyeesserratti manni marichaa yaa’ii idilee erga gaggeessee booda murticha dabarsuu EBCn gabaasera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

https://www.facebook.com/fanabroadcasting

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment