Manni Maree waldaalee damee daldalaa Ityoophiyaa fi Ityoophiyaatti waldaalee damee daldalaa Ameerikaa waloon hojjechuuf mallateessan

Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Manni Maree waldaalee damee daldalaa Ityoophiyaa fi Ityoophyaattii Manni Maree waldaale damee daldalaa Ameerikaa dhimmoota waloorratti waliin hojjechuuf waliigala galtee mallateessaniiru.

Waligaltichi  sochii daldalaa aarifachiisuu fi beeksisuuf kan deeggaruu ta’u ibsameera.

Manneen marichaa rakkoowwan imaammataa muudataan waliin furuu, ijaarsa dandeetti uumuu fi odeeffannoo waljijjiiruuf ni deeggara jedhaniiru.

Akka gabaasa EBCtti  hariiroo daldalaa fi invastimanitii Ityoophiyaa fi Ameerikaa  giddu jiru guddisuurra darbee gaba biyyoota lamaanii baldhisuuf shoora olaanaa qaba jedhameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment