Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa haala nageenyaa fi tasgabbii yeroorratti gamaggama gaggeesseera.
Manni marechaa haala nageenyaa fi tasgabbii guutuu Ityoophiyaa ilaalchisee gamaggama gaggeessuun isaa ibsameera.
Muummeen Ministeeraa Abiy Ahimad ergaa Twiitara isaaniitiin, walga’ichaan hojiiwwan nageenya fi tasgabbii biyyattii eegsisuu danda’an akka hojjetamaniif kallattiin kan kaa’ame ta’uu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.