Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibbaa baajata bara 2016f Birrii biiliyoona 56 raggaasise

Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibbaa Yaa’ii Idilee 4ffaa bara hojii 2ffaa waggaa 6ffaa magaalaa Hawaasaatti gaggeessaa jira.

Manni Marichaa Yaa’ii Idilee gaggeessaa jiruun Baajata Bara 2016’f Birrii biiliyoona 56 fi miiliyoona 135 ol mirkaneesseera.

Xilahuun Yilmaa fi Barakat Takkaalinyitu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment