Manni Maree naannoo Sidaamaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Sidaamaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessuu eegaleera.
Miseensonni Mana Marichaa Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaan filataman 190 ta’an waggoottaan shanan dhufaniif ummata tajaajiluuf kakuu ni raawwatu jedhame.
Qaamolee mootummaa sadanis kan moggaasu ta’uu ibsameera.
Yaa’iichi oolmaa isaan Af Yaa’ii fi Preezdaantii naannichaa dabalatee Kaabinoota haaraa ni filata jedhamee eegama.
Barnaabaas Tasfaayeetu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment