Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa Yaa’ii Idilee 7ffaa bara hojii 3ffaa, marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan gabaasa raawwii hojii bara 2016 fi karoora bara 2017 irratti ni mari’ataan eegama.
Yaa’ichi guyyoota sadan itti aananiif kan gaggeeffamu ta’uu eerameera.
Maqdas Asaffaa fi Taamanaa Araggaatu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa
bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.