Manni Maree Naannoo Sidaamaa Muudamoota garaagaraa raggaasise

Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa Muudamoota garaagaraa Preezdaantii naannichaa obbo Dassitaa Leeddaamoon dhiyaatan raggaasiseera.
1, Aadde Immabeet Isaayaas -Hoggantuu Biiroo Daa’immaani fi Dubartootaa,

2,Obbo Tashaalee Yuunaa – Hogganaa Biiroo Pablik Sarvisii fi Misooma Humna Namaa Naannoo Sidaamaa ta’uun muudamaniiru.

Dabalataan Manni Marichaa Walitti Qabdoota Koree Dhaabbii Mana Maree naannichaa raggaasiseera.

Biqilaa Tufaatu gabaase.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment