Manni Maree naannoo Kibbaa yaa’isaaa boruurra eegalee ni gaggeessa

Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (FBC)-Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata naannoo Saba fi Sablammoota Kibbaa yaa’ii idile fi waliigala 13ffaa bara hojii 6ffaa marsaa 5ffaa guyyaa boruu ni gaggeessaa jedhameera.

Yaa’ichaan karoorri bara 2014 hojii mootummaa naannichaa ni dhiyaataa akkasumas baajanni bara 2014 mootummaan naannichaa mana marichaan ni raggasifamaan eeggama.

Manni murtii waligalaa naannichaa fi waajjirri odootii olaanaa raawwii hojii bara 2013 fi karoora baajata bara 2014 kan dhiyeessuu ni ta’aa.

Dabalataanis labsiiwwan adda addaa ni raggasifamaa akkasumas abbootii murtiif muudamni ni laataman eegamaa ragaan waajjira biiroo kominikeeshinii mootummaa naannichaarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Comments (0)
Add Comment