Manni Maree naannoo Kibbaa yaa’ii idilee boru gaggeessu eegaluu

Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) – Manni Maree naannoo Kibbaa yaa’ii idilee 12ffaa bara 6ffaa marsaa 5ffaa boruu eegalee kan gaggeessu ta’uu ibsameera.
Yaa’ichi boru dabalatee guyyoota lamaaf ni gaggeeffama jedhame.
Yaa’ichi ajandaawwan garaagaraarratti ni mari’ata jedhamee kan eeggamu ta’uu ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii naannoo Kibbaarraa argame ni muul’isa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment