Manni Maree naannoo Kibbaa Yaa’ii Idilee 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) –Manni Maree naannoo Uummattoota Kibbaa Yaa’ii Idilee 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni Marichaa yaa’ii idilee guyyoota sadiif gaggeessuun ajandaawwan garaagaraarratti mari’achuun murtoo adda addaa ni dabarsan eegama.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment