Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC) –Yaa’iin Idilee 1ffaa bara hojii 6ffaa Mana Maree naannoo Hararii guyyoota 4f gaggeeffamaa ture labsiiwwanii fi muudamoota dhiyaatan raggaasiisuun xumurameera.
Manni marichaa wixinee 2 fi muudamoota Abbootii seeraa 8 dhiyaatan raggaasisuun xumurameera.
Wixinee labsii Caasaa haaraa mana murtii fi faayidaalee fi mindaa hojjettoota waajjira muummee Ooditii naanniichaa fooyya’ee ba’e raggaasiiseera.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.