Manni Maree Naannoo Gaambeellaa yaa’ii idilee gaggeesuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Gaambeellaa yaa’ii idilee 6ffaa Magaalaa Gaambeellaatti gaggeessuu eegaleera.

Yaa’ichaan raawwii karoora bara baajataa 2016 dhiyaaturratti mari’achuun ni raggaasisaan eegama.

Dabalataan karooraa fi wixinee baajata bara 2017 irratti mari’achuun, murtoo akka dabarsu ibsamuu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment