Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Gumuz yaa’ii idilee 16ffaa bara hojii 9ffaa waggaa 5ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’iichi guyyoota sadiif kan turu yoo ta’uu Ajaandalee garaagaraa irrratti mari’achuun murtoo ni dabarsan eegama.
Gabaasni raawwii hojii bara baajataa xumuramee dhiyaachuun kan irrati mari’atamuu ta’uu ibsameera.
Dabalaatanis yaa’iichan Wixinee labsii lama irrati mari’achuun ni raggasisaan kan eegamu ta’uus eerameera.
Baajata dabalataa bara 2015 fi wixinee labsii bara 2016 irrati mari’achuun ni raggasisaan kan eegamu ta’uu ragaan Biiroo koominiikeshiini naannicharraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.