Manni maree naannoo Beenishaanguul Gumuuz yaa’ii ariifachiisaa 6ffa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Manni maree naannoo Beenishaanguul Gumuuz yaa’ii ariifachiisaa 6ffa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa gaggeessaa jira.

Manni maricha rakkoo nageenyaa godinichatti muudateef lammiilee lubbuu isaanii dhabanii fi miidhaan irra ga’eef yadaannoo sammuu taasisuun yaa’icha eegaleera.

Manni marichaa rakkoo nageenyaa godina Matakkaliin walqabatee miseensoota mana maricha dhimmichaa keessaa harka qabuun shakkaman mirga himatamuu isaa ni kaasaa jedhameet eegama.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment