Manni Maree naannoo Beenishaanguul Gumuuz boruu yaa’ii ariifachiisaa ni gaggeessa

Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Manni Maree naannoo Beenishaanguul Gumuuz boruu yaa’ii ariifachiisaa akka gaggeessu ibsame.

Itti aantuun Af Yaa’ii mana maree naannichaa aadde Alamnash Yibaas akka ibsanitti, manni maricha boruu magaalaa Asoosaatti yaa’ii aariifachiisaa ni gaggeesssa jedhan.

Manni marichaa dhimma Matakkal xiyyeeffannoon akka ilaaluus himaniiru.

Akkasumaas dhimmoota naannoo fi biyyaa ajandaa mariisaa taasisuun akka mari’atuu ibsaniiru.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Comments (0)
Add Comment