Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuuz yaa’ii idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuuz yaa’ii idilee gaggeessuu eegaleera.

Manni marichaa yaa’iisaa 13ffaa gaggeessuu eegaluu ragaan Paartii Badhaadhinaa naannicharra argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment