Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa’ii Idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa’ii Idilee 7ffaa, bara hojii 3ffaa waggaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.

Yaa’ichaan gabaasni raawwii hojii baatiiwwan jahan darbanii dhiyaachuun irratti kan mari’atamu ta’uu eerameera.

Manni marichaa yaa’ii guyyoota sadiif gaggeessuun dhimmoota garaagaraa fi muudamoota dhiyaatirratti mari’achuun ni raggaasisaan eegama.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Comments (0)
Add Comment