Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idiilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 6ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessuu eegaleera.

Yaa’iichi guyyoota lamaf kan gagggeeffamuu ta’uun ibsameera.

Manni marichaa turtii isaan raawwii bara baajata 2015 irratti mari’achuun, karooraa bara dhufuuf kallattii kan kaa’u ta’uun ibsameera.

Dabalataan muudamoota garaagaraa akka raggaasisu eegama.

Laayikun Alamtu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment