Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii ariifachiisaa isaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii ariifachiisaa isaa gaggeessuu eegale.

Manni marichaa har’a Gurraandhala 10,2012 yaa’ii ariifachiisaa isaa gaggeessaa jira.

Yaa’ichaan murteewwan addaddaa dabarsuudhan, muudama ni raggaasisaan eegama.

Comments (0)
Add Comment