Manni Maree Naannoo Afaar Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) –Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii dilee 6ffaa bara hojii 3ffaa magaalaa Samaaraatti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti Pireezidaantiin Naannichaa Obbo Awwal Arbaan gabaasa raawwii bara baajataa 2016 dhiyeessaa jiraachuu TOI gabaaseera.
Comments (0)
Add Comment