Manni Maree naannicha Yaa’ii isaa idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Beenishaangul Guumuuz yaa’ii idilee 5ffaa bara hojii 9ffaa gaggessuu eegaleera.

Yaa’ichaan gabaasni raawwiin hojii baatiiwwaan jahan darbanii Pireezidaantii naannicha Obbo Ashaadilii Hasaniin dhiyaatu kan dhaggeeffatamu ta’uu ragaan Kominikeshinii naannicharra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment