Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii 100ffaa gaggeesseen dhimmoota gurguddoo 4 irratti murtoo dabarsuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Dambii galii Federaalaa, Wixinee labsii soorama hojjettoota mootummaa fi dhuunfaa murteessuuf ba’e, waliigaltee Albuudaa fi wixinee labsii yaala haaromsaa hundeessuuf dhiyaaterratti murtoon darbuu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.