Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa Aadde Daagmaawit Mogas, Injiinar Taakkalaa Uumaa, Obbo Umar Huseen fi Obbo Tafarii Fiqiree kabajaan geggeesseera.
Sagantichaarratti Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dabalatee miseensonni mana marichaa argamaniiru.
Manni marichaa miseensota afuran imalli isaanii itti aanu milkaa’aa akka ta’u hawwii garii qabuuf ibsuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.
Aadde Daagmaawit Mogos Ministira Geejjibaa fi Loojistiksii, Injiinar Taakkalaa Uumaa Ministira Albuudaa, Obbo Umar Huseen Ministira Qonnaa, akkasumaas Obbo Tafarii Fiqiree Itti Gaafatamaa Waajjira Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimmoota Kaabinee ta’uun biyyaa isaanii tajaajilaa turaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.