Manni Maree Ministirootaa Dooktar Liyaa Taaddasaaf gaggeessaa taasise

Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa Dooktar Liyaa Taaddasaaf gaggeessuun Ministiroota Kaabineetti makaman haaraa simateera.

Manni marichaa walga’ii har’a gaggeesseen dursee Ministiraa Duraanii Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa gaggeessaa taasisuufiin Minitiroota haaraas kaabineetti makaman simateera.

Dooktar Maqidas Dhaabaan Ministira Fayyaa ta’uun Walga’ii Idilee 15ffaa Bara Hojii 3ffaa Mana Maree Bakka Bu’ootaa Ummataa 6ffaan muudamuun ni yaadatama.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment