Manni Maree Magaalaa Shaggar Yaa’ii Ariifachiisaa 1ffaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Yaa’ii Ariifachiisaa 1ffaa Finfinnee Galma Aadaa Oromootti gaggeessuu eegaleera.

Manni marichaa dhimmoota adda addaa irratti mari’achuun murtoo ni darbasaan eegama.

Karoora fi baajata bulchiinsa magaalicharratti mari’achuun ni raggaasisaan eegama.

Guddina magaalichaa saffisiisuuf Taarifni madda galii mana qopheessaa dhiyaachuun ni mirkanaa’an eegama jedhameera.

Bahayiluu Baaneetu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment