Manni Maree magaalaa Dirree Dhawaa yaa’ii idiilee 6ffaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa magaalaa Dirre Dhawaa yaa’ii idilee 6ffaa bara hojii 2ffaa waggaa 3ffaa gaggeessaa jiraachuun ibsame.

Manni marichaa gabaasa raawwii hojii bara 2015 fi dhimmoota biroorratti kan mari’atu ta’uu ragaan Biiroo Kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment