Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)-Manni Maree magaalaa Dirree Dawaa yaa’ii idilee 50ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa yaa’ii guyyoota lamaaf gaggeessuun gabaasa raawwii hojii qaamolee raawwachiiftuu garaagaraa baatiwwan 6 ni gamaaggama jedhameera.
Yaa’ichaan ajandaan qaboo yaa’ii mana marichaa bara hojii 3ffaa waggaa 7ffaa ni raggasifamaan eegama.
Gabaasa dhiyaateerratti koree dhaabbii yaada laachuun muudamoota garagaraa raggaasisuun yaa’ichi ni goolabamaa jedhameera.
Iyyoonaadaab Andu’aaleemtu gabaase.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.