Manni Maree Magaalaa Dirree Dawaa Yaa’ii Ariifachiisaa gaggeesseen labsiiwwwan garaagaraa raggaasiise

Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Dirree Dawaa Yaa’ii ariifachiisaa 7ffaa bara hojii 3ffaa waggaa 1ffaa har’a gaggeessee muudamootaa fi wixineewwan labsii garaagaraa dhiyaate raggaasiseera.
Yaa’ii ariifachiisaan kun wixinee labsii Inistiityuutii Pilaanii bulchiinsa magaalichaa hundeessuu, Caaseeffama Pilaanii magaalichaa, tajaajila qaamolee hojii raawwachiiftuu mana qophheessaa irra deebiin hundeessuuf ba’ee fi hojiirra oolmaa isaa murteessuuf ba’erratti mari’achuun raggaasiiseera.
Dabalataan manni marichaa muudamoota garaagaraa dhiyaates raggaasiiseera.
Manni Marichaa dhiibbaa fi giddu seentummaan biyyoota lixaa dhaabbachuu akka qaba duula Nigahaatti makamuun yaa’ii isaa eegaluun kan yaadatamuudha
Maddi:-TOI
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment