Manni Maree Giddugaleessa Itiyoophiyaa Yaa’ii Idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Guraandhala 19, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Yaa’ii Idilee 1ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegaleera.

Yaa’ichaan ajandaawwan garaagaraarratti mari’achuun murtoowwan akka dabarsuu eegama.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment