Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC) – Manni Maree bulchiinsa mootummaa naannoo Gaambeellaa Yaa’ii xumuraa bara hojii 5ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa Yaa’ii xumuraa kanaan qaboo yaa’ii idilee 12ffaa ni raggaasisa jedhameetu eeggama.
Miseensota mana maree naannichaa kanaan duraaf gaggeessaa kan taasisu ta’uu ibsameera.
Manni marichaa guyyaa boruu yaa’ii gaggeessuun mootummaa haaraa naannichaa kan hundeessu ta’uu Af Yaa’iin mana marichaa obbo Juul Naangaal ibsuu EBCn gabaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.