Manni Maree Finfinnee yaa’ii idileesaa booru eegaleet gaggeessa

Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 7ffaasaa booruu eegalee guyyoota sadiif kan gaggeessu ta’a.

Yaa’ichi gabaasa raawwii hojii baatii 6 biirolee bulchiinsa magaalichaa filatamanii dhaggeeffachuun irratti ni mari’ata jedhameera.

Ajandaalee garagaraa fi muudamni dhiyaachuun erga irratti mari’atmeen booda ni raggaasifamaan eegama.

 

Comments (0)
Add Comment