Manni Maree Finfinnee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 4ffaa fi xumuura bara bajataa gaggeessaa jira.

Manni marichaa yaa’ii guyyoota lamaaf gaggeessuu kanaan raawwii baajata bara 2015 irratti mari’achuun ni raggasisaan kan eeggamuu ta’uu TOI gabaaseera.

Yaa’iichaan gabaasa Oditarra Olaanaa Bulchiins Magaalichaa irratti mari’achuun kan raggaasisas jedhameera.

Dabalatanis gabaasa raawwii Mana Murtii magaalichaa, wixinee baajata 2016 fi mudama garaagaraa ni raggasisan eegama jedhameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment