Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee muudamootaa garaagaraa dhiyaate sagalee guutuun raggaasise.
Haaluma kanaan:
Obbo Jaanxiraar Abbaay-Kantiibaa Ittaanaa fi Hogganaa Biiroo Misooma Indaastirii
Obbo Xiratuu Bayyanaa-Sadarkaa Kantiibaa Ittaanaatti Hogganaa Biiroo Hojii fi Ogummaa
Aadde Hiikmaa Keeyiraddiin- Hoji Gaggeessituu Olaantuu Magaalaa Finfinnee
Aadde Habiibaa Siraaj- Hoggantuu Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa
Dooktar Xaasawu Gabiree- Hogganaa Biiroo Paabilik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Humna Namaa
Obbo Solomoon Amaaree- Hogganaa Biiroo Innooveeshinii fi Teeknooloojii
Obbo Taklee Bazzaabbii- Hogganaa Biiroo Haqaa Finfinnee
Obbo Awuraariis Kabbadaa- Hogganaa Abbaa Taayitaa To’annoo fi Eeyyama Ijaarsaa
Obbo Siisaay Geetaachoo-Hogganaa Biiroo Bulchiinsa Lafaa
Aadde Tsiggewayiin Kaasaa-Hoggantuu Biiroo Misooma Manneenii
Aadde Wayinisheet Zarihuun-Hoggantuu Biiroo Dhimma Dubartootaa, Daa’immanii fi Hawaasummaa ta’uun muudamuu AMN gabaseera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.