Manni Maree Federeeshinii walga’ii ariifachiisaa Sanbata dhufu ni gaggeessa

Finfinnee, Onkokoleessa 26,2013 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii FDRI walga’ii ariifachiisaa onkololeessa 28, 2013 ni gaggeessa.
 
Manni Maree Federeeshinii FDRI walga’ii bara Paarlamaa 5ffaa bara hojii 6ffaa Onkololeessa 28, 2013 ganama sa’aatii 2:30 irraa eegalee gaggeessuuf waamicha taasiiseera.
 
Miseensonni Mana marichaa guyyaa boruu Waajjira Mana marichaatti argamuun gabaasa akka taasiisan Fuula Feesbuukii isaan waamicha taasiiseera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
Comments (0)
Add Comment