Manni Maree Dirree Dawaa yaa’ii idilee 46ffaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Manni Maree bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa yaa’ii idilee 46ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’iin kanaan gabaasa raawwii hojii baatiwwan 6n darbanii dhaggeeffachaa jiraachuu ragaan Biiroo Dhimmoota Kominiikeeshinii mootummaa magaalichaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment