Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa yaa’ii addaa gaggeessa jira.
Yaa’icharratti, bakka bu’oonni naannolee hirmaachaa kan jiran yoo ta’u, manni marichaa karooraa guyyoota 100 fi raawwii isaarratti mari’achuun raggaasisaan eegama.
Karoora bajaataa bara 2015’rrattis ni mari’ata jedhameera.
Maddi:-TOI
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.