Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsaa Naannoo Amaaraa walga’ii ariifachiisaa 10ffaa marsaa 6ffaa waggaa 1ffaa gaggeessaa oolee murtoowwan garaagaraa dabarsuun xumure.
Manni Maree Bulchiinsaa naannichaa Walga’ii Ariifachiisaa har’a waaree boodaa eegalee gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarsuu Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaaffalaan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.