Manni Maree Bulchiinsaa Naannoo Amaaraa walga’ii ariifachiisaa 10ffaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsaa Naannoo Amaaraa walga’ii ariifachiisaa 10ffaa marsaa 6ffaa waggaa 1ffaa  gaggeessaa jiraachuu ibsameera.

Walga’ichi qaboo yaa’ii Gurraandhala 19,2014 gaggeeffame qorachuun erga raggaasisee booda walga’ii ariifachiisaa har’a waaree boodaa eegaluu gaggeessuun murtoowwan garaagaraa ni dabarsaan eegama.

Manni marichaa walga’ii kanaan dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun kallattii gara fuulduraas ni kaa’an kan eegamu ta’uu ragaan waajjira preezdaantii naannichaarrraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment