Manni Maree Ispoortii Biyyaalessaa walga’ii idilee 1ffaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Manni Maree Ispoortii Biyyaalessaa walga’ii idilee 1ffaa gaggeessaa jira.

Walga’icharratti itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma alaa akkasumaas walitti qabaan mana maricha obbo Dammaqaa Mokkonnin argamaniiru.

Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee dabalatee preezdaantonni naannolee fi ministeeroonni argamuu ragaan Komishinii Ispoortiirra argtame ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment